-
Hiibboo is equivalent to Riddle in English, almost :) Hiibboo or Riddle is a form of guessing game that has been a part of the folklore of most cultures from an...
HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo

Hiibboo is equivalent to Riddle in English, almost :) Hiibboo or Riddle is a form of guessing game that has been a part of the folklore of most cultures from ancient times. The App contains few Hiibboo questions in Afan Oromo language. Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokkoo.Taphni kunis bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baayyee kan taphatamus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’atiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti. Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta’uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka waljijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu.http://om.wikipedia.org/wiki/HiibbooPlease rate our app in the Google Play store. Thank you for downloading, OROMNET Software and Application Development PLC, Nekemtie, Ethiopia
HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo游戏截图





本周飙升榜
新游期待榜
热门推荐
最新专题
- 友情链接
- 最新游戏
玩家评论
更多>>全部评论